Qabeenya kalaqa Sammuu Abbaa Taayitichaa giddu gala dandeetti kalaqaa fi leenjii Magaalaa Buraayyuutti
Itti Aanaan Daayirakteera Ol'aanaa Abbaa Taayitaa Saayinsii fi Tekinoloojii Oromiyaa Dr.
Itti Aanaan Daayirakteera Ol'aanaa Abbaa Taayitaa Saayinsii fi Tekinoloojii Oromiyaa Dr.
Sagantaan agarsiisa kalaqalee Kunis qindoomina Abbaa Taayitaa Saayinsii fi Tekinoloojii Oromiyaa(ATSTO), Ministeera Innoveshinii fi Tekinoloojii Federaalaa(MinT) fi United Nations Development(UNDP) waliin ta'uun kan qophaa'ee dha.
Abbaan Taayitaa Saayinsii fi Tekinoloojii Oromiyaa manualii naamusa qorannoo naannoo qopheessuun mirga, nageenya, soona hirmaattota qorannoo eegsisuu fi hirmaattota balaa irraa eeguudhaan, bu'aa ykn faayidaa fi wal-qixxumman namaa ykn hawwaasaa akka mirkanaa'u taasisuuf koree naamusa qorannoo naannoo waliin irratti mari'atameera.
Copyright @2024 by Oromia Science and Technology Authority| www.osta.gov.et