Hoggantootni fi manajimeentiin Abbaa Taayitaa Saayinsii Fi Tekinoloojii Oromiyaa /ATSTO/ Dhimmoota Ijoo karoora hojii bara 2016 tarsiimoo raawwii waliin raawwachuun qabxiilee gurguddoo armaan gadii irratti mariyachuun walii galeera
Isaanis
1. Hojimataa fi bu’a-qabeesummaa Tajaajila Qunnamtii Odeeffannoo (TQO) foyyesuu
2. Godinaalee fi magalootaaf deggersaa fi hordoffii tasisaamuu qabu fooyyeessuu
3. Sirna elektirooniksii mootummaa fi kenniinsa tajaajilaa cimsuu
4. Misooma bu’uuraalee dijitaalaa babal’isuu
5. Diinagdee Dijitaalaa Keessatti Hawaasa Odeeffannoo Ijaaruu
6. Qorannoo kalaqaa, Ijaarsa dandeettii kalaqaa fi fayyadamummaa guddisuu
7. Ijaarsa dandeettii qorannoo kalaqaa fi teeknooloojii cimsuu
8. Bu’uuraalee saayinsii, teknooloojii fi kalaqaa babal’isuu fi guddisuu
9. Tekinoloojiiwwan kalaqaa sadarkaa olaanaa, madaqfamaa fi dabarfamuu danda’an babal’isuu fi guddisuu
10. Carraa hojii damee kalaqaa fi teknolojiitiin uumame babal’isuu fi guddisuu
11. Waliin gahiinsa sarara mobaayilaa fi interneetii Sakatta’uu
12. Inspeekshinii qulqullinaa fi dambii oomisha gabaa fi warshaa fooyyessuu fi mirkaneessuudhaan dorgomtummaa guddisuu
13. Eegumsa qabeenya sammuu cimsuu
14. Sirnaa hojii iraa olimaa eeganoo midhaa ballaqqe cimsuu